Bilillee

Bilillee Shaggarii gubbaa mamarmaareeShaggiituu Jiddaafan maradheeShaggarii gubbaa mamarmaareeShaggiituu Jiddaafan maradhee Shaggarii ulaan shan banaadha (banaadha)Essarraan ba’een si barbaada (barbaada)Faana kee arguun na dhamaase (dhamaase)Karri baayy’achuun na qormaate (qormaate) Bareedduu qal’oo masaakulaaKolfituun naatoo nyaara kuulaMil’uu tokkichatiin na laalteeBudaan jaalalaatu na nyaateHiriyaa gaafannaan maqaa isheeBadhaadha naan jette abbaan ishee (magaallina ishee)Hidhannoo jaalalaa guuttatteeQalbii too boojitee guugatte (magaallina ishee) Biliille mormi […]

Bilillee Read More »