Nin Deema

Niin deema niin deemaBiyya feeteen dhaqaNiin deema niin deemaBiyya feeteen dhaqaGaara feeteen bahaaLaga feeteen ceehaDeebi’ee arguudhaafIja kee bareedaaSi wajjiin dabarsuufJiruu kiyya hundaSi wajjiin dabarsuufJiruu kiyya hundaAduun seentee baatusWaanuma keen yaadaAduun seentee baatusWaanuma keen yaadaUrjii ji’aa argus jaalalaKeen yaadaBona fi ganniArfaasaa fi birraaYaadannoo naffidanJaalala keetirraaYaadannoo naffidanJaalala keetirraaNattimi jaalatooKee garaan maal yaadaNattimi jaalatooKee garaan maal yaadaOsoo wal jaalannuMaaf jiraanna addaanJabaadhu hiriyyaa kooObsaan haa jiraannuuAmantiif jaalalaanAbdiin haa eeggannuAmantiif jaalalaanAbdiin haa eeggannuNiin deema niin deemaBiyya feeteen dhaqaNiin deema niin deemaBiyya feeteen dhaqaGaara feeteen bahaaLaga feeteen ceehaDeebi’ee arguudhaafIja kee bareedaaSi wajjiin dabarsuufJiruu kiyya hundaSi wajjiin dabarsuufJiruu kiyya hunda
Scroll to Top